Posts

SIRNA DIMOKRAASII FI FILANNOO HAQA ABEESSA . **************************** _DIMOKRAASIIN dhugoomuu kan danda'u Mootummaan yoo kan (UMMATAAN FI UMMATAAF) filame ta'e qofaadha. -Seeraafii sirni filannoo Biyya tokkoo ijaarsa sirna democracy Biyyattii keessaatti qooda guddaa kan qabuu fii isa murteessaa kan ta'eedha. Kanumaan wal qabatee filannoo Mootummaan Ethiopia asiin dura gaggeessaa ture keessatti rakkoolee sirna Democracy laamshessan baay'eetu raawwatamaa ture. fakkeenyaaf filannoo 2007 .Ec  irratti mootummaan Itoophiyaa Paartii mormitootaa walabummaa  waakkachuudhaan hidhaafii ajjeechaan akkasumas dararaa adda addaa irraan gahaa ture. Sababa kanarraa kan ka'es mormitoonni walabaan socho'anii sagalee isaanii dhageessifachuu hin dandeenye. Iddoo baay'ee irrattis hirmaachuu hin dandeenye. wanti baay'ee nama qaanessuufii mufachiisu inuu caalaatti nama kolfisiisu, namootni paartii mormitootaat bakka bu'anii dorgomaa jiran jedhamee iddoo adda addaa
Recent posts